Goofta Jalatti Ni Baqannaa
1. Goofta jalatti ni baqannaa da’oo keenyaa rakkinatti
Badisa iraa inni nu eegaa da’oo keenyaa rakkinatti.
Buufata:
Hirkoo keenyaa yeroo gidiraa yeroo aduu gaddiisa keenyaa
Nuu geggeessa kara keenyaa irrattii da’oo jireenya rakkinatti.
2. Halkani fi guyyaa nuu eega da’oo keenyaa rakkinatii
Gaddaa fi dhiphinaa nuraa fudha da’oo keenya rakkinatii.
3. Da’oo guddaan yoo nu qabee da’oo keenyaa rakkinnitii
Waaqaa birratti ni baqannaa da’oo keenyaa rakkinati.
4. Da’oo keenyaa gooftaan keenyaa da’oo keenya rakkinati
Gargaarsaa keenyaa nuuf ta’a da’oo keenyaa rakkinatii.